Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 37:3 - KITAABA WAAQA

3 Yakobooni ijoolle isaa taani ch'ufa ira Yusufu jaalate; wonti akanatiifi inni jaaruma keesa isa d'ale. Tanaafi inni ubaara d'eera lafati eju, ka harka d'eera qabu, isaa hod'e.

Gade chapit la Kopi




Uumama 37:3
10 Referans Kwoze  

Jennaani namichi hojattu kaani isii isa biraa baase balbala ch'ufe. Isiini yo suni ubaara d'eera lafati eju, ka harka d'eera, ufira qabdi dubarti hayyu gaafasi ubaara akasiitini yaati.


Ubaara harka d'eera kaani abba isaaniti geesani waan jed'aniini, Ubaara kana lafaa fuune, ka much'a keeti mo?


Yusufuuni oboleyaani isaatini bahe jennaani worri isa qabe ubaara isaa d'eera kaani iraa baase,


Abbaani Ilma jaalate waan ch'ufa harka isati kenne.


Atini fulla Waaqa iti kad'attu woya teetiini ch'ote akuma sharmut'a nama siti d'ufu ch'ufa bulchite.


worri waan boojiani qoodachu jiraniti? Dubra tokofi lama ta d'iira ch'ufa, woya dansa ta d'iira ch'ufa, woya dansa ta Sisera, woya ch'okhani ta hayyitiini mormati keeyattu.


Duuba worri laleesa toko qale d'iiga qeese ubaara Yusufu ke buuse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite