Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 36:6 - KITAABA WAAQA

6 Jennaani Esauuni nad'eeni isaatiifi ijoolle isantiifi nama worra isaati galu ch'ufa fud'ate, loonifi hori lafa Kanaaniti horate ch'ufa fud'ate, oboleesa isaa biraa kae fulla d'ibiti godaane.

Gade chapit la Kopi




Uumama 36:6
10 Referans Kwoze  

Jennaani Yakobooni gara oboleesa isaa Esau, ka lafa Edomu jiru, ufi dura nama erge,


Ammalle fit'ofi qund'ifi, hit'anafi qumbiifi qayya; daad'iifi d'ad'a, dargaye daakhanifi mid'aani dargaye, loonifi ree, faardofi gaari, Tiselefi lubbu namale.


Inni akuma Abrahamu eebise siifi ilmaani tanteeti eebise lafa atini amma keesa jirtu tana, ta duri inni Abrahamuu kenne, tante tolchinna.


AABBO Waaqi waan jed'eeni, Gosa lamati garaa kanke keesa jira; atini ijoolle lama ta wolimfeene d'alta, toko kaani ira jaba, guddaani hojattu diqa taha.


Lafa amma atini iti keessuma tana anini sifi ilmaani teeti kenna. Lafti Kanaani ch'ufti ta ilmaani teeti taati haga jiru jireennale, anileeni Waaqa worraa taha.


Duuba Lutuuni arda Yordani filate gara ilaboru godaane; akasiini worri gargari bahe.


Tanaafi lafti suni worra lachu wolti fuud'u dad'abde, waan worri hori guddo qabuufi.


Abramuuni niiti isaa Sarai fud'ate, Lutu ilma oboleesa isaale fud'ate, horifi tissele Harani keesati horate ch'ufa fud'ate, lafa Kanaaniti godaanaa kae. Lafa Kanaanitiini baannaani,


Atini lafa Girikitifi ta Tubalitifi ta Mesheki keesa daldalte, miha kanke tissefi waan sibiila diimani mid'aasanini jijiratte.


Oholibamaani Yeushi, Yalamu ammalle Kora d'alte. Tuni ch'ufti ilmaani Esau, ta lafa Kanaani d'alatte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite