Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 34:7 - KITAABA WAAQA

7 Ijoolleeni Yakobo ala galte waan hammaate d'ageennaani aka hama rifatte guddo dallante, waan Shekemuuni intala worra buufate gosa Israeli miid'eefi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 34:7
27 Referans Kwoze  

Anini reefa isii fuud'e gargari ch'ire, gosa kud'ani lama ta Israeli toko tokooni iti erge. Wonti anini akasi tolcheefi, worra kanati hameennaafi daba takuma inargini nu keesati tolche.


Nami anini keesa filad'e, ka miha balleesu malani sunini argani, isaafi worra isaatiifi waan inni qabule ch'ufa woliini ha gubbaniti, waan worri waan ch'eera hamtu Israelitini d'ufe wold'ageeti teenna ch'abseefi.


duuba worri ha intala ch'icha abbaa durati gabaase, achiti d'iirti dira suni d'akhaani d'aante ijeeftuti. Isiini, ta ato infuud'iini, ka mana abba d'ale keesa jirtu, d'iiraani woliini rafte ya waan taka inargini gosa teenna ta Israeli keesati taate. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.


Nami ch'ufti fuud'a ulfeesu male, d'iirsafi niitiini wollakisani gara d'ibi yau himmalle. Waaqi worra waan hamtu tolchuufi algala wollaala iti mura.


Duuba Abimelekiini Abrahamu yaame waan jed'eeni, Atini maal nu tolchite? Wonti hamtuuni anini si tolche ka atini sila naafi lafa tiyyale balleesitufi maani? Nami waan atini na tolchite kana taka nama tolchu injiru.


Ammo isani gosa Waaqi fohate, qaalole hayyuti, gosa qulqullo, gumi Waaqaati, ta aka huji Waaqa ta mama odeesitaniifi fohatani, ka dukana keesaa ifsa isaa ka mamaati isani yaame.


Afaanuma suni keesaa eebafi abaarsi baha. Oboleyaani tiyya, wonti kuni akasi tahu himmalle!


Maro isani gumi Waaqa taataniifi waan algaloomatiifi ka t'uritiifi ka sabdooma jiddu teesaniti maqale ind'aiina.


nu algalooma tolchu himmalle aka worri gari tolche, guyya tokooni nami kunki diddami sadii raawate.


Huji sharmut'oma lagad'a. Dabi d'ibiini nami tolchu tokoleeni nafa woma intolchu; ammo nami sharmut'oma deemu nafa ufiti daba.


jara kaima heddu, ka argaa d'ageeti inqamne, arge, ammo worra suni keesa nama tokoti ka nama ch'ufa ira daalle jira.


Ee AABBO Waaqa, seeri kanke haga jiru injijiramu ammalle Mani kanke haga jiru jireenna qulqullo.


Hayyu Daudini waan kana ch'ufa d'agaye jennaani guddo dallane.


Nami gosa Israeli, d'iirafi nad'eeni taanaani fulla waaqa iti kad'ataniti sharmut'a intahini.


Yo gumi keesa nami toko danu seera AABBO Waaqa ch'abse, akasiini ka imbeekhini ch'ubbu tolche,


Hojja gumiini Israeli ch'ufti danu seera AABBO Waaqa ch'absite akasiini ka imbeekhini ch'ubbu tolchite,


Waan atini worra Israelitini jettu, hojja nami danu waan AABBO Waaqi seera ch'abse ch'ubbu tolche, inni akana tahu male.


ilmaani isaatiifi akhakhowani isaati, dubra isaale.


Ammalle isiini aka woma inhojanne baratte mana ch'ufa iraa yaate waan hasau, himmalini hasoofte ufuma teteete. Tanaafi aka kiyya nad'eeni kaima fuud'u malani, aka ilmaani d'alte worra ufi qorqoratte, aka nyaapi keenna qoomni argate waan hamtu nuuni injenne.


Yaada lafa, ka isani keesa jiru ka aka sharmut'oma fa t'urifa, d'araafa, fed'i hamtufi sabdooma, awaalu maltani. (Sabdoomi aka waan harkaani boch'ani kad'atani jira.)


Abbaani Shekemu Hamoriini Yakobooni haasau d'aqe.


Hamoriini waan Yakobooni jed'e, Gurbaani kiyya Shekemuuni ya guddo intala tante jaalate, anini si kad'ad'a intala naa kenni.


Ammo yo wonti inni himateeni sunini d'uga taate, ka wonti aka intalti dubra garsiiftu tokoleeni injirre,


Wonti worri gaargala suni argatuufi worrati Israeli keesati waan dabaa tahe: Worri nad'eeni biyya barate, ammalle maqa AABBO Waaqatini d'ara dubbate. Wonti worri tolchu kunini waan Waaqi fed'uniti; inni waan worri tolche beekhe ila ufitini arge. Nami dubbi tana jed'e AABBO Waaqa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite