Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 34:4 - KITAABA WAAQA

4 waan abbaani jed'e, Anini aka atini intala Yakobo na kad'attu fed'a.

Gade chapit la Kopi




Uumama 34:4
6 Referans Kwoze  

Jennaani inni gale, waan abbaafi haad'a ufiitini jed'e, Intala Filisti toko gara Timna suniti arge, kaa, na kad'ad'a.


Anini akami ch'eeraa biyya keesa deema? Atinileeni Israeli keesa daalle ch'ubbiti tata. Anini imbeekha hayyuuni si ind'owu; isa kad'ad'i, aka na fuutu.


Ammalle haati intala halkumaa ta gosa Misiri garteefi.


Ammo intalti sunini guddo mid'aadi arge jennaani jaalate isi dubbifate,


Yakobooni aka intala isaa fafeesani d'agaye, ammo maro ijoolleeni isaa ala tikha jirtuufi woma tokole tolchu dide, haga isiini galtuti.


Wolfuud'a ilmaani d'ala; ilmaani teesanile wolfusisa, worrileeni ha ilmaani d'aluti indiqaatina, hora, lafa ira dabra.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite