23 Hori worraatifi wonti worri qabu ch'ufti teenna intaatu? Koota, wold'ageenna, aka worri nu woliini tau.
Duuba waan jara sabaliisa gurguruuni jed'e, Waan kana armaa balleesa, Mana Abba kiyya gabaya intolchiina.
Nami d'uga gula deemu haga jiru ch'ufa nagaya qaba. Ammo nami yoosu wohorachu fed'u, gaargala keesa seenu male intau.
Yoi worri kuni nu woliini tae nu worra taka taanu, yo nuleeni, aka worra, nama d'iira ch'ufa, qabanqaba qamnuufi.
Worri lafa suni ch'ufti dubbi Hamoritiifi gurba isaa gula gale, nama worra ka d'iira ch'ufa qabanqaba qabani.