Uumama 34:2 - KITAABA WAAQA2 Duuba gurbaani toko, ka Shekemu jed'ani, ka ilma namicha gudda lafa suni, ka gosa Hivi, ka Hamori jed'ani, isi arge jennaani qabe buufate. Gade chapit la |
worra lachu ha dira keesaa alati baasani, d'akhaani d'aanani ijeesaniti. Wonti intala ijeesaniifi, waan isiini, ato dira keesa jirtu, ka nami d'aatu miju, iyyu diddefi. Ammalle wonti namicha ijeesaniifi, waan inni intala qaraa nami d'ibi fuud'aa kennani buufatefi. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.