Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 34:14 - KITAABA WAAQA

14 Waan worri jed'eeni, Oboleeti teenna nami qabanqaba inqabatini imfuud'u; sunini nuu waan ch'eeraati.

Gade chapit la Kopi




Uumama 34:14
16 Referans Kwoze  

Inni eegi suni qabanqaba qabate, qabanqabaani tunini beesisa Waaqi isaa kenne, ka maro d'ugefacha isaatiifi d'uga isaa heregani agarsiifti, ato inni qabanqaba inqabatini. Tanaafi Abrahamuuni Abba worra Waaqa d'ugefate ka Waaqi d'ugaa heregeefi ch'ufa, ato qabanqaba qabachu d'ibaatele.


Eegi worri yae, malaikaani Aabbo oobjuuni Yusufuti d'ufte waan jetteeni, Kai, gurbafi haad'a fuud'i, lafa Misiri d'aqi, haga anini siti himuti achuma tai. Herodeni gurba barbaade ijeesu fed'a jette.


Gara Bethlehemu worra erge waan jed'eeni, Beena, gurba aka dansaa barbaada, yo agartani qonqo nati erga, aka anileeni d'aqe isa guddisu.


Tatabe suni keesati isiini waan jette, guyya toko tolcha, ka nami ch'ufti agabu oolu, biyya ch'ufa wolti yaama, barch'uma guddinna Nabothi kenna.


Eegi ganna afuri Absalomuni waan hayyichaani jed'e, Aabbo, Hebroni d'aqe kakhu anini AABBO Waaqati kakhad'e guuta, na gad'iisi.


Gathi keesati inodeesina, dira Askaloni keesati namati inhimina. Nad'eeni Filisti ingammachisina, dubra worra Waaqa imbeenne gammadu d'owa.


Anini nyeench'afi gorjamale ya ijeese, namicha aada inqamne, ka Filisti kana, ka askarti Waaqa jiru tae ch'ompifatu kanale inuma ijeesa.


Daudini waan nama isa bira ejaanjuni jed'e, Nama namicha Filisti kana ijeese ch'eera hama kana gosa Israeli dura baase maani kennanifi? Qarale namichi Filisti kunini ka qabanqaba inqabatini hojja tae askarti Waaqa jiru ch'ompifatu eenu ufi seha?


Yonathanini waan kaimticha kaaniini jed'e, Olla worra aada inqamne, ka gura inuranne, suniti nu yaasa. Hegeri AABBO Waaqi nu qarqaara; yo inni nu qarqaare wonti worra dabsachu nu d'owa injirtu, ato nu nama diqa taanele.


Ilma d'iira ka qabanqaba inqabatini gosati inheregani, waan inni wold'ageeti teenna injabeesiiniifi.


Arraa achi ilma d'iira ka haga d'alate saddeeti bule, tisse worra keesani keesa d'alatte taanaani, ta horiini bitani taanaani, qabanqaba qabaafi. Wold'ageetiini tiyyafi teesani tanaani beekhani.


Ilmaani Yakobo, waan Shekemuuni oboleeti worra Dina fafeeseefi, Shekemufi abba isaa Hamori sobde lafaa balleesite.


Yo isani qabanqaba qabattani aka keenna taatani ch'alla intala teenna fuutani,


Ammo abbaafi haati isaa waan jetteeni, Isi gurba, atini maani hekatefi, dubra nyaapa ta Filisti, worra aada inqamne, d'araataafi? Atini intala miilo teti gosa teenna tana ch'ufa keesa ind'abde? Ammo Samsonini waan abbaani jed'e, Anini isuma ch'alla fed'a, kai na barbaadi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite