Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 33:8 - KITAABA WAAQA

8 Esauuni waan jed'eeni, Worri anini qara baheeni suni maani? Worri kami kana? Yakobooni waan jed'eeni, Worri kiyyuma, ka anini naasu siraa fed'ad'a deemuuni.

Gade chapit la Kopi




Uumama 33:8
6 Referans Kwoze  

Looni, harre, ree, hojattule inqaba. Qonqo d'eeta siti ergu jira, aka waan dabre ch'ufa atini biraa na deemtu.


Hayyuuni dubra taani ch'ufa ira isi jaalate. Isiileeni dubra taani ira isa gammachiifte. Inni ruufa hayyuma mata isii ira kaye, fulla Vashti isi hayyiti tolche.


Haga guyya suniti asi AABBO Waaqi Yusufu jed'e worra namicha Misiri sunifi waan inni manafi oobru keesa qabu ch'ufa eebiseefi.


Akuma suni Leafi ijoolleeni isiileeni d'ufte. Eegee Yusufufi Raheliini d'ufani durati gajed'ani.


Jari ergani kaani dachae waan Yakobooni jed'e, Oboleesi kanke Esau ya garre; inninu nama d'ibba afuri fud'ate fuula keesa si d'ufu jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite