Uumama 33:13 - KITAABA WAAQA13 Yakobooni waan jed'eeni, Ijoolleeni tunini lalaaftu, anini hori ilmeeni hootu kanale qorqorachuu male. Yo guyya tokole arifachiisani oofani, ch'ufti inhobaati. Gade chapit la |
Wonti akanatiifi Daudini waan jed'e, Mani Waaqa, ka ilmi kiyya Solomonini jaaru, mana mid'aaga lafa ch'ufa keesa beekhani, tahu male. Ammo inni ijoolle, ammalle arga d'ageeti inqabu, tanaafi anini waan ch'ufa isaa kurfeesu male, duuba sunifi Daudini ato induiini miha heddu muumme inqamne kurfeesefi.