Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 32:18 - KITAABA WAAQA

18 atini waan jettuuni, Horiini kunini ch'ufti ka hojattu tante Yakobooti, ka inni gudda isaa Esauu ergu. Innileeni faanuma teenna d'ufu jira.

Gade chapit la Kopi




Uumama 32:18
3 Referans Kwoze  

Namichi hojattu toko ka hori mata keesa jiruuni waan jed'e, Hojja oboleesi kiyya Esauuni siini bahe, Atini hojattu eenu? Horiini kunini ka eenu? jed'e si gaafate,


Akasuma ka lameesoleti d'aame, ka sadeesoleti d'aame, ammalle worra ira hafe kaanile, ka hori keesa jiruu d'aame; Waan kana inded'ina, jabeesa Esauti hima, yo inni fuula keesa isani d'ufe;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite