15 gaala aanani sodomafi ogore isaa, looni d'alo afurtamatiifi koromi kud'ani, harre d'ad'altu diddamatiifi mochole kud'ani.
laleesa d'ibba lama, d'ad'alafi elemiye diddama,
Hori kana karra karraani gargari baase hojattu isaati kenne waan jed'eeni, Na dura yaa, hori ch'ufa diqo woli hanqisa, oofa.