Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 32:14 - KITAABA WAAQA

14 laleesa d'ibba lama, d'ad'alafi elemiye diddama,

Gade chapit la Kopi




Uumama 32:14
13 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi haga duri Ayubu eebise, kaanile ch'ufa ira isa eebise. Ayubuni hooliye kuma kud'ani afuritiifi gaala kuma jaatiifi looni kuma lamatiifi harre kuma toko horate.


ammalle ree kuma torbatiifi gaala kuma saditiifi karaaba qotiyo ta kuma tokotifi harre d'ibba shanitiifi hojattu heddu muumme inqamne qaba. Akanaani inni worra ilaboru ch'ufa ira dureesa tahe.


Qaabad'a, nami irre duroomtanini isanii kennu AABBO Waaqa keesani. Wonti inni akasi tolchufi, waan inni wold'aqisa inni ababoota teesani woliini tolfate, haga arrale gula deemuufi.


Namicha tokoti jira, ka balbala Kalebu, ka Nabali jed'ani, ka worri isaani dira Maoni; ammalle inni dira Karmeli d'aatu, oobru qaba. Inni guddo dureesa, hooliyeeni isaa kuma sadi laleesi kuma toko. Niitiini isaa ta Abigaili jed'ani guddo mid'aadi, ammalle guddo wo beeti. Ammo d'iirsi isii nama hama, ch'ubbicha woma iraa imbanne. Namichi Nabali jed'ani kunini hooliye isaa dira Karmeliti rifeensa iraa ch'iru jira.


Horiini Waaqi abba keenna iraa fuud'e ch'uftinu ya keennafi ka ijoolle teenna tahe. Amma waan Waaqi siini jed'e ch'ufa tolchi.


Waaqi akanaani ree abba keesani iraa fuud'e naa kenne.


Akanaani Yakobooni dureesa jaama tahe, ree, hojattu, gaala, harrele hore.


Gaafa toko ka reeni rimu jirtu, anini, oobjad'e korbeeyyi laleesa shaafa d'ad'alati goobdu arge.


Inni halkani suni bule jennaani hori oboleesa isaa Esau kennu fed'u hori ufii keesaa fohe:


gaala aanani sodomafi ogore isaa, looni d'alo afurtamatiifi koromi kud'ani, harre d'ad'altu diddamatiifi mochole kud'ani.


Waan anini sii d'ufeeni kana naraa fud'ad'u; Waaqi ya naa nahe na quubse. Yakobooni ituma d'owe fud'achiise.


Abbaani waan worrani jed'e, Yo akasi male intaatu jettani, waan lafti teenna baaftu dansa ch'ufa, ta aka hampefa, dammafa, qumbifa, waan aka ogomdifa qolaatifa guura, namicha guddaa geesa.


Nami nama gumbeesu, waan nama suni falfale waan fed'u ch'ufa ira argatu ufi seha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite