Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 30:9 - KITAABA WAAQA

9 Leani aka guddo deemte agarte jennaani hojattu isii, ta Zilpa jed'ani, Yakobooti kennite, Niiti tolfad'u jette.

Gade chapit la Kopi




Uumama 30:9
8 Referans Kwoze  

Duuba isiini Bilha d'iirsa ufiti kennite, inni isi barate.


Waaqi kad'acha Lea d'agaye, isiini garaachoofte ilma shaneeso Yakoboo d'alte.


Eegele garaachoofte ilma deete, Amma anini maqa AABBO Waaqaa faarsa jette, maqa Yuda baafte. Duuba suni d'alte jennaani jidduti deemte.


Saraiini Hajiri Abramu kennite, aka isiini niiti isaa taatu. (Wonti kunini eegi Abramuuni ganna kud'ani lafa Kanaani keesa tae taate.)


Jennaani Raheliini waan jette, Anini had'e dabsad'e; tanaafi maqa much'a kana Naftali baafteefi.


Jennaani Zilpaani Yakoboo ilma d'alte.


(Labaniini intala hojattu isaa, ta Zilpa jed'ani, Leaa kenne, aka isiini isii hojattu.)


Kud'ani jaani tunini ilmaani Zilpaani, intalti Labaniini Leaa kenne, Yakobo d'alte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite