23 Isiini garaachoofte ilma d'alte waan jette, Waaqi ya fafa na didi ilma naa kenne.
Isiini waan jette, Waan kana Aabbooni ya naa tolche, aka na qarqaare fuula nama durati fafa naa didu.
gara intala dubra toko ta namichi Yusufu jed'ani kad'achu jiru, ka gosa Daudi, maqaani intala Mariamu.
AABBO Waaqi aka Lea jibbani arginaani naheefi ilma kenneefi, ammo Raheliini ilmaani male teete.
Gaafasi nad'eeni torba d'iira toko qabde waan jettuuni, Nu dandeenne daara ufi baamne sagale ufi kenninna, ammo atini ch'eera nu d'owi, d'iirsa nuu tahi, ha maqa kanke ch'allaani nu yaamaniti.
Jari Zekaria eegu waan inni akana Mana Waaqa keesati tureefi mame.
Ammalle isiini waan abbaani jette, waan kana ch'alla naa tolchi, haga jia lama na lakisi, aka anini jaallowaani tiyya woliini lafa gaareeni keesa dedeeme, aka waan ato dubratu duufi bohu.