Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 30:22 - KITAABA WAAQA

22 Jennaani Waaqi Raheli qaabate kad'aa isii d'agayeefi ijoolle kenneefi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 30:22
11 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi aka Lea jibbani arginaani naheefi ilma kenneefi, ammo Raheliini ilmaani male teete.


Waaqi Nuhufi bineensafi hori isa woliini hobolo keesa jira ch'ufa qaabate, bubbe bubbise bisaani gadeebise.


Inni niiti ilmaani ind'aliini worra ufiiti qubsise ilmaani kenneefi gammachiisa. AABBO Waaqa faarsa!


Yakobooni Raheliti dallane waan jed'eeni, Anini Waaqa qara, ka d'alu si d'owe?


Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.


Inni kakhu qulqullo duri hojattu isaa Abrahamuti kakhate qaabate.


Isiini ato ijoolle ind'aliini guddo deemte jennaani Isaaqooni guddo Waaqa kad'ateefi. Waaqi kad'a isaa d'agaye, Rebekaani garaachoofte.


Eegi suni dubra d'alte maqa Dina baafteefi.


Ilmaani Raheli Yusufufi Benjamini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite