21 Eegi suni dubra d'alte maqa Dina baafteefi.
Tunini ilmaani Leani Yakoboo d'alte lafa Mesopotamia keesati, intala isii Dina wolti. Ilmaani mana Lea ch'ufti wolti nama sodomi sadi.
Shekemufi abba isaale. Duuba Dina mana Shekemu keesaa fuud'ani itiini d'aabatani.
waan jette, Waaqi ya na eebise waan dansa naa kenne; amma d'iirsi kiyya na ulfeesa, waan anini ilmaani d'iira jaa d'aleefi; tanaafi isiini maqa isaa Zabuloni baafteefi.
Jennaani Waaqi Raheli qaabate kad'aa isii d'agayeefi ijoolle kenneefi.