Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 30:2 - KITAABA WAAQA

2 Yakobooni Raheliti dallane waan jed'eeni, Anini Waaqa qara, ka d'alu si d'owe?

Gade chapit la Kopi




Uumama 30:2
17 Referans Kwoze  

Saraiini waan Abramuuni jette, AABBO Waaqi ijoolle tokole naa inkennine. Tissiti tiyya tana barad'i, aka isiini ilmaani naa d'altu. Abramuuni waan isiini jetteeni tahe.


Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.


Hayyichi Israeli tatabe suni soome jennaani laalefate, woya tatarsaase waan jed'e, Hayyichi Shamu akami nama kana fayyisi nani jed'a? Inni Waaqa na seha, ka nama ijeese yokhaani jireesu? Wonti kunini aka inni dubbi naraa barbaadu diiduma keesa garsiifti.


Ato Hana guddo jaalatele qooduma toko ch'alla kennaafi, maro AABBO Waaqi garaa isii hid'e ilmaani argachu isi d'owefi.


Ammo Yusufuuni waan jed'eeni, Insodaatina; nati Waaqa qara?


Yo dalantani, dalansuuni teesani daba keesa isani inseensisiini; dalansuuni aduuni isaniti ind'iini.


Inni dalansuuni worra mimillate, aka garaani worra jabaate lalefannaani nama kaaniini, Harka diriirfad'u jed'e. Inni harka ufi diriirfannaani fayye.


Ammo waan anini amma isaniini jed'u, Nami oboleesa ufiti dalanu qorsuma argachu male. Nama oboleesa ufi arabsu kora iti baasu malani; ammalle nama oboleesa ufi tuffate, Daalle daba jed'uuni, ibida keesa buusu malani.


Inni niiti ilmaani ind'aliini worra ufiiti qubsise ilmaani kenneefi gammachiisa. AABBO Waaqa faarsa!


Akuma ollati gad'iaateeni, Musani biyya korma worqi ka mid'aasani kaani durati sirbitu arge jennaani aka hama dallane, gaara jalati d'akha harkaa qabu kaani lafaani d'ae lachu ch'a ch'abse.


Yakobooni miira yakate waan jed'e, Anini ch'ubbu tami hojad'e, yokhaani seera kami ch'abse, ka atini aka nyaapa na reebdu?


AABBO Waaqi aka Lea jibbani arginaani naheefi ilma kenneefi, ammo Raheliini ilmaani male teete.


Isiini ato ijoolle ind'aliini guddo deemte jennaani Isaaqooni guddo Waaqa kad'ateefi. Waaqi kad'a isaa d'agaye, Rebekaani garaachoofte.


qonqo olfud'atte guddo lalabde waan jette, Nad'eeni ch'ufa keesa ya si eebisani, ammalle daimi garaa kanke keesaa bahuleeni ya eebifame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite