Uumama 30:14 - KITAABA WAAQA14 Duuba gaafa toko ka dargaye murani, Reubeniini gara oobru d'aqe mukha qorsa toko guure haad'atiini gale. Raheliini waan Leani jette, Qorsa much'aani kanke galeeni suni ira naa qoodi. Gade chapit la |
Leani waan jetteeni, D'iirsi kiyya ka qara atini naraa fud'atteleeni sii ingeenne, aka amma gula dabarte qorsa mukha ka much'aani kiyya naa galeenile naraa fud'achu feeta? Raheliini waan jette, Yo atini mukha qorsa ka gurbaani ke sii galeeni naa kennite, anini ya si eebise aka atini eddanna Yakobo woliini raftu.