Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 30:1 - KITAABA WAAQA

1 Raheliini aka ijoolle tokole Yakobo ind'alle agarraani oboleeti isii d'iibifatte waan Yakobooni jette, Ijoolle naa kenni, yokhaani indua.

Gade chapit la Kopi




Uumama 30:1
26 Referans Kwoze  

Laalefachaani daalle ijeefti, d'iibiini sirgo balleesiti.


AABBO Waaqi aka Lea jibbani arginaani naheefi ilma kenneefi, ammo Raheliini ilmaani male teete.


Oboleyaani Yusufu isa d'iibifatte, ammo abbaani waan kana ch'ufa herege garaa keeyate.


Lalefacha Waaqi hujiini hojate suniti garaa keesani gaargalche baafama isanii kenne, maro waan sunitiifi nu ufi ingaabinu! Ammo lalefachaani nama duisaani d'ufti.


T'aafi qulqullo ta, lubbuuni Waaqi woliini nu d'ale d'araa hamtuuni guutamte jettu, waan isiini ufumaa jettu insehiina.


Ammo yo garaa keesani keesa d'iibi hamtuufi ufi jaalala qabaattani, ufi saaddani d'uga ind'areesiina.


waan isani ammalle aka nama nafa gula deemu jirtaniifi. Hojja isani wolqot'iiftani woldiddani, wonti kunini aka isani nama lafa ka aada lafa gula fidamu ingarsiiftu?


Nami herega dansa qabu nafale fayya qaba, ammo d'iibiini akuma d'ukuba nama nyaatte nama fit'i.


Wonti akanatiifi nuleeni duri daalle, dubbi inch'aqamne, ta wollaala tolchitu. Nu tissele d'araa nafatiifi gammada gosa ch'ufaa taane. Jireenna keenna ch'ufa daallumafi d'iibi keesa teenne. Nami hedduuni nu jibbe, nuleeni worra jibbine.


wolmorkani, farso d'ugani machaani, wolballeesani, waan hamamtu akana heddu tolchani. Anini amma isani gorsa akuma duri tolche: nami waan akana kana tolchu Finna Waaqa inargatu.


(Jari isaa yayu dira d'aqe, aka sagale bitani.)


Yesoni waan biyyiti jettu d'ageennaani Yudea bahe Galilaya d'aqe.


Ammalle waan anini arge, wonti biyyiti guddo hojattufi, maro halcha nama d'ibitifi. Ammo tunileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti.


Lafa gamooji suni keesati worri Musafi Haruni, hojattu AABBO Waaqa qulqullo, d'ibifate,


Ee Waaqa atini d'ufte na himatta? Yo na himatte anini ch'allise dua.


Anini maafi akuma d'alad'eeni induiini, yokhaani maafi garaa haad'a tiyya keesa bahu indidiini?


ufi guyya suni ch'ufa lafa aloo keesa deema oole. Jennaani ato deemu ejate gaadisa mukha jala tae, Waaqaani, lubbu na keesa fuud'i, hojja anini due ira na jirti jed'e.


Musani waan jed'eeni, Atini waan worri kunini tahe ira hameenna agarta? Yo sila taate anini aka AABBO Waaqi lubbu isaa nama ch'ufa ira buuse aka raaga iyyisisu fed'a!


Yo atini ka akana na tolchitu taate na nahi, na ijeesi, aka anini deebie gaargala akana siraa inarganne.


Boola ekhera, niiti maseena, lafa godde bokaya d'abde, ibida lafa gubu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite