Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 3:22 - KITAABA WAAQA

22 Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e, Namichi kunini ya akuma keenna tahe waan hamtufi dansa gargari hubate. Tanaafi inni amma tana harka d'eerefate mid'aani mukha jireennaa buqise nyaate haga jiru jireenna jiraachuuni himmalle.

Gade chapit la Kopi




Uumama 3:22
15 Referans Kwoze  

Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini mid'aani mukha jireenna, ka oobru Waaqa keesati bahu, nyaachisa.


Ayyaana worra woya ufi miich'ate qulqulleesu. Akasiini mid'aani mukha jireenna iraa nyaatani, Fullo diratiini olseenani.


Jiddu kara dira keesa yau. Moga galaana lachu mukha jireennati eja, ka ganna toko keesa mid'aani maro kud'ani lama d'alu, jia ch'ufa maro toko; baali isaa qorsa nama gosa ch'ufaati.


Nami qarooma qabu gammada qaba, qaroomi suni jireenna kennafi.


Inni mukeeni guddo ilti namaa jaalattu, ta mid'aani isii guddo sagale dansaa oobru suni keesati baase; ammalle wod'aka oobru suni keesati mukha jireennatiifi mukha waan dansaafi hamtu ch'ufa nama hubachiisu baase.


Jennaani Waaqi waan jed'e, Koota, nama mid'aasina fakeennafi akheekha keenna gula, aka inni qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisa ch'ufafi horifi bineensa allaatiifi waan garaani lafa ira lohu ch'ufale mohatu.


Waaqi imbeekha, aka guyya isani nyaattani, ilti teesani banamte, aka Waaqa taatani, waan hamtufi dansa gargari beetani.


Isani mana hind'eesa Lebanonitini jaaratani nagayaani keesa teetani; ammo hojja gaargali aka nad'eeni d'alaa ch'ininfatu isaniti d'ufu, aka male mudamtani.


Hiyyeesi haga fed'u nyaate quufa; nami AABBO Waaqa barbaadu isa faarsa. Worri sunini ha haga jiru jireenna hormaata qabaatuti!


AABBO Waaqi namicha Adamu jed'anifi niiti isaa goga bineensa fuud'e gaad'a mid'aaseefi uyiseefi.


Tanaafi AABBO Waaqi oobru Edeni keesaa gusse biyye isa iraa mid'aasani qotachiise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite