Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 29:2 - KITAABA WAAQA

2 Ato deemu, eela diida keesa ka reeni karra sadi itiisa ch'iiftuuni bahe. Reeni eela suni, ka d'akha guddaani afaani ch'ufani, keesaa bisaani d'uddi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 29:2
12 Referans Kwoze  

Eela Yakobo tokoti arti jira. Tanaafi Yesoni kara deeme dad'amnaani, eela bira tae. Hojjaani suni guyya gudda.


Worri deebie beelae ind'eebootu. Aduufi owi lafa alooleeni worra woma intolchu. Wonti akanatiifi nama worraa nahuti worraani deeme madda bisaaniti geesa.


wonti akanatiifi Ilmeeni Hoola ta jiddu barch'uma guddinna jirtu worraa tissite, gara bisaani jireenna geesiti; duuba Waaqi imimaani ch'ufa ila worra iraa haaqa.


ammo nami bisaani anini kennu d'ugu haga jiru jireennale deebie ind'eebotu. Wonti akanatiifi bisaani anini kennu suni isa keesa maddani burqa tahani, haga jiru jireennale deebie ind'eebotu.


Inni lafa marra doti keesati na boqochiise, bisaani ch'ulki laana yaati na geese,


Anini fulla eela ta dubriti dira kana d'ufte bisaani woraabattuufi jira.


Dira suni geennaani gaala fulla eelati oromachiise. Hojaani sunii galgala, fulla nad'eeni bisaani woraabachu d'at'u.


Namichi hojattu Abrahamuu kaani gaala Abrahamuu kud'ani fud'ate, lafa Mesopotamia, dira duri Nahoriini keesa tau d'aqe.


Hojja reeni ch'ufti achiti wolti d'ufte, tissituuni d'akha suni afaani iraa gangalchite ree bisaani obaafti. Eegi reeni bisaani d'udde, d'akha suni afaanti deebisani.


Me ch'aqasa! Gumi eelati baafattu, ta yaamu yaamsitu, dabsacha AABBO Waaqa odeesite, dabsacha worra Israeli himtu! Duuba gumiini AABBO fullo worrati yaate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite