8 Jennaani Esauuni aka abbaani isaa Isaaqooni dubra gosa Kanaani jibbe arge.
Wonti ani fed'u, aka atini maqa AABBO Waaqa, Waaqa lafafi gubbatiini kakhattu, aka atini gurba kiyya dubra gosa Kanaani inkad'anneefi fed'a.
Qonqooni worri hayyu nuu kenni jed'e isa kad'ate sunini Samueli ingammachimne; tanaafi inni AABBO Waaqa kad'ate,
Isaaqooni Yakobo yaame eebise waan jed'eeni, Dubra gosa Kanaani imfuud'iini.
Jennaani waan Rebekaani Isaaqooni jette, Anini waan dubarti Hiti na tolchite ya obsu dad'abe. Yo Yakoboleeni dubra Hiti fuud'e dua male woma na inhamne.
Ammalle aka Yakobooni dubbi abbaafi haad'a ufii d'agaye Mesopotamia d'aqe d'agaye.