Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 28:4 - KITAABA WAAQA

4 Inni akuma Abrahamu eebise siifi ilmaani tanteeti eebise lafa atini amma keesa jirtu tana, ta duri inni Abrahamuu kenne, tante tolchinna.

Gade chapit la Kopi




Uumama 28:4
20 Referans Kwoze  

Wonti Kristoni waan kana tolcheefi aka eeba Waaqi Abrahamu kakhate, maro Yeso Kristotiifi gosa d'ibilee kennani, ammalle aka nuleeni maro d'ugefachatiifi Lubbu Waaqi kakhate arganu.


AABBO Waaqi Abramuti mullate waan jed'eeni, Lafti anini ilmaani teeti kennu kuno tana. Jennaani Abramuuni artiti fulla sorio iti qalani AABBO Waaqaa, ka qara isati mullate, jaare.


Waaqa, Abba Aabbo keenna Yeso Kristo galata deebimna! Inni Kristo keesa nu eebise eeba ch'ufa ta lubbu gubbaa nuu kenne.


Ee AABBO Waaqa, kad'acha tiyya na d'agayi, boha tiyyale ch'aqasi hojja anini bohule kooti na qarqaari. Anini ideemtu kara deemtu faakad'a.


T'aafiini, aka Waaqi d'ugefachaani gosa d'ibi d'uga hereguufi duru argite, jennaani t'aafiini Odu Dansa duriyu Abrahamu barsiifte waan jette, Maro teetiifi Waaqi nama lafa jiru ch'ufa eebisa.


Maqaani hayyu haga jiru imbadiini; guuri isaa haga aduuni jirtu ha jiraatuuti. Gochiti ch'ufti ha isa faarsite, Waaqa kad'ate, Nu eebisi jettuti, worri hayyule ha eebisuti.


Jennaani Abramuuni waan jed'eeni, Ee Waaqa Gudda, anini akamiini beekha, aka lafti tuni tiyya taatu?


Isaaqooni nahe hollate waan jed'eeni, Eenu re, ka reefu si durati bineensa ijeese fooniini naa d'ufe? Anini diquma si durati nyaad'e eebiseefi, eebiti sunini inhanqattu, tama isaa taati.


Yakobooni lafa Kanaani, ta abbaani isaa duri keesa godaane, qubate ke tae.


Anini ammalle wold'aqisa kiyya worra woliini tolfad'e, aka lafa Kanaani, lafa duri worri aka keessuma keesa tae, kennuufi.


Atini imbeeta, ee AABBO Waaqa, aka nu si durati akuma abbooti teenna keessumafi nama lafa inqamne fakaannu. Guyyaani keenna lafa tana irati gabaaba, dandeenne lubbu duraa imbaanu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite