Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 27:4 - KITAABA WAAQA

4 Sagale miooftu anini fed'u d'aabi naa kootiini, aka anini nyaad'e, ato induiinu si eebisu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 27:4
23 Referans Kwoze  

D'ugefachaani Isaaqoni Esaufi Yakobo eeba hegeri kakhateefi.


Yusufuuni waan jed'eeni, Tunini ilmaani tiyya, ta Waaqi lafa Misiri tana keesati naa kenne. Inni waan jed'eeni, Natiini kooti, ineebisaafi.


Worri kunini gosa kud'ani lama ta Israeli; ammalle wonti abbaani worrani jed'e gaafa Nagayaati jed'e eebiseefi suni.


Jennaani Isaaqooni waan jed'e, Fooniini na kooti, aka anini sagale harka kanketi nyaad'e si eebisu. Yakobooni foonifi daad'i inni d'ugu d'ufeeniifi.


Ato inni worra eebisu, biraa deeme gubbati oldeebie.


Simeonini worra eebise waan haad'a isaa Mariamuni jed'e, Gurba kana ya fohatani aka nami hedduuni Israeli keesa jijige yokhaani kakau, ammalle aka akheekha waan nami hedduuni jibbu tahu,


Yoshuani eebaafi dubbi taanaani worra galche waan jed'eeni, waan horattani kanani worra keesaniti gala: loonifi qarsiifi worqifi sibiila diimafi guraachafi woya heddu argattani. Waan nyaapa keesani iraa boojitani oboleyaani teesaniini gaha. Inni jecha kana buufannaani worri kae gale. Musani yayu gosa Manase ta gariti lafa Yordani ilaboru kenne, ammo gosa Manase taani d'ibi Yoshuani yayu lafa galaana Yordaniti ila adu gosa d'ibi woliini kenneefi.


Jennaani Yoshuani Kalebu ilma Yefune eebise, dira Hebroni d'aala kenneefi.


Bineensa ijeesi, naa kootiini, sagale miooftu naa d'aabi, aka anini nyaad'e, AABBO Waaqa durati, ato induiini si eebisu.


Waaqi Guddaani si eebise halkuma si qajeelche, ilmaani heddu sii kenne akasiini gosa heddu si tolchinna.


Innileeni sagale miooftu abbaa d'aabe geeseefi waan jed'eeni, Aabbo, kai, fooni anini si d'ufeeni kana nyaad'u naa eebisi.


Inni ind'ungata iti gadihiiqe jennaani Isaaqooni urgaa woya isaa suufe eebiseefi waan jed'e, Fooleeni gurba kiyya aka foole oobru AABBO Waaqi eebiseefi urgoofti.


Ammo inni Yakobo hubachu dad'abe, waan harki isaa dabassa aka ka Esau qabuufi isa eebise.


Worri Rebeka eebise waan jed'e: Oboleeti, hori buli, daraari, ilmaani heddu muumme inqamne d'ali! Ilmaani tante ha nyaapa ufii d'absattuuti!


eebiseefi waan jed'e, Waaqi Guddaani, ka lafafi gubba uume, Abramu eeba kenninna!


Rebekaani waan Isaaqooni Esauuni jed'e ch'ufa d'ageete, Esauuni adamo deemnaani


Gara ree d'aqi, kaarata laleesa gagabba lama fuud'i, aka anini sagale miooftu abbe guddo jaalatu d'aabuufi.


Duuba inni d'aqe kaarata kaani fuud'e isiitiini d'ufe, isiini sagale miooftu abbaani jaalatu d'aabdeefi.


Sagale miooftu d'aabdeefi qit'a Yakoboo kennite.


Yakobooni waan jed'eeni, Anini angafa kanke Esau; ya waan atini naani jette guute, kai, fooni bineensa anini galeeni kana nyaad'i, na eebisi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite