16 Duuba goga kaaroota sunile fuute harkaafi fulla morma ta rifeensa inqamneti keete.
Woya Esau ta ch'ufa ira dansa mana isiiti fuute Yakobo much'a maand'ichati keete.
Sagale miooftu d'aabdeefi qit'a Yakoboo kennite.
Ammo inni Yakobo hubachu dad'abe, waan harki isaa dabassa aka ka Esau qabuufi isa eebise.
Ka qara d'alate diima d'iiga, nafi dabassa, tanaafi maqa Esau baasanifi.