Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 27:12 - KITAABA WAAQA

12 Hegeri aabbooni na qabate, aka anini isa sobe beekate, fulla eeba anini abaarsa ufitiini d'ufa.

Gade chapit la Kopi




Uumama 27:12
11 Referans Kwoze  

Waaqi nama nama balla kara iraa gorsu ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.


hameenna aka ch'ufa lagad'a.


Nu guddisani, nu ch'eersani; nu arabsani, nu faarsani. Kiyyibdoole nuuni jed'ani, ammo nu d'uga dubbanna;


Dabdichi ka hori dansa sorio suni male ree ufii keesa qabu, ka hori sorio himmalle naa baase, ha abaaramu. Wonti akanatiifi anini hayyu gudda, ka lafafi nami ch'ufti d'eetu.


Waaqi jaba, waan ch'ufa indabsata; ka wo sobuufi ka sobanileeni ch'ufti harkuma isaa keesa jira.


Esauuni waan jed'e, D'uguma maqa Yakobo iti baasani. Kuni maro lameeso ka inni na dabse. Qara angafooma naraa fud'ate, ammo arra eeba naa malte naraa fud'ate. Ila amma eeba diqole na inhambimne?


Ijoolleeni lachu gugurdatte, Esauuni nama adamo dansa ka waan ala jaalatu tahe, ammo Yakobooni nama ch'allisa worra imbaane tahe.


(Nama huji AABBO Waaqa garaa tokooni inhojanne abaara! Nama goraadeeni isaa woma inijeemnele abaara!)


waan jed'e: Kanaani ha abaaramu! Ha tisse oboleyaani isaa tahu.


inni waan atini tolchite ded'uuti. Eegi suni nama si galchu siti erga. Anini guyyuma tokooni isani lachu d'abu indandau.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite