35 Isiini lamaani Isaaqofi Rebeka jireenna yakite.
Jennaani waan Rebekaani Isaaqooni jette, Anini waan dubarti Hiti na tolchite ya obsu dad'abe. Yo Yakoboleeni dubra Hiti fuud'e dua male woma na inhamne.
Jennaani Esauuni aka abbaani isaa Isaaqooni dubra gosa Kanaani jibbe arge.
ilmaani Waaqa toko aka dubarti namaa mid'aadu agarte jennaani ta feetu fuute.
Wonti ani fed'u, aka atini maqa AABBO Waaqa, Waaqa lafafi gubbatiini kakhattu, aka atini gurba kiyya dubra gosa Kanaani inkad'anneefi fed'a.