Uumama 26:22 - KITAABA WAAQA22 Achi godaane fulla d'ibiti eela qotate. Ammo kana irati nami wolind'amne. Tanaafi maqa Rehobothi baasanifi, akasi jechaani Ballinna jechu. Inni waan jed'e, AABBO Waaqi ya ballinna nuu kenne, amma guddo horanna. Gade chapit la |