Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 26:19 - KITAABA WAAQA

19 Jennaani hojattuuni Isaaqoo eela toko laga keesati qonnaani madda yaatuuni baate.

Gade chapit la Kopi




Uumama 26:19
5 Referans Kwoze  

Nami na d'ugefatu, aka t'aafiini jettu, garaa isaa keesaa bisaani jireennati yaa.


Oobruuni burqa bisaanitini baati, lagi bisaani ka yauleeni bale gaara Lebanoni iraa gabaafata.


Inni eelaani gaafa Abrahamuuni jiru qotani, ta eege Filistiini Abrahamuuni due jennaani timfite, deebie qote, ammalle maquma duri abbaani baaseefi kaani baaseefi.


Tissituuni Gerari, Bisaani kunini keenna jette, tissitu Isaaqotiini irati wold'abani. Tanaafi Isaaqooni eela suni maqa Eseki baaseefi, waan irati wold'abaniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite