Uumama 24:54 - KITAABA WAAQA54 Jennaani hojattu Abrahamutiifi waheli isaa sagale nyaatani aanani d'ugani achuma bulani. Diirama lafaa kaani jennaani namichi hojattu Abrahamu waan jed'e, Anini galu fed'a, na gad'iisa, aka anini gara worra Abrahamu galu. Gade chapit la |