Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 24:48 - KITAABA WAAQA

48 jilbifad'e AABBO Waaqa yaamad'e maqa AABBO Waaqa guddise, Waaqa abba kiyya Abrahamu faarse, ka kara na hare worra fiit'a isaati na qajeelche, aka anini dubra worraa ilma isaati kad'ad'u.

Gade chapit la Kopi




Uumama 24:48
11 Referans Kwoze  

Waaqi kunini Waaqa keenna, ka haga jiru jireennati; inni haga hegeri nuni deeme, tisse nu qorqorata.


AABBO Waaqi waan jed'u, Anini kara atini deemtu si barsiise, si gorse si qajeelcha.


Waaqi qulqullooni Israeli, AABBOONI ka isani baasu, waan jed'u: Anini AABBO Waaqa keesani ka dansuma teesaniifi isani barsiise, kara isani yau maltani isani qajeelchu.


Namichi hojattu Abrahamu waan kana d'agaye jennaani jilbifate Waaqa yaamate.


Anini yayu qaroomafi kara dansa atini keesati bultu si barsiise.


Kara qajeela garsiise, dira worri iti qubatuuni worra gahe.


Jennaani fulluma galaana Ahavati anini seera baase, aka nu ch'ufti ufi agabsine Waaqa kenna durati ufi diqeesine, inni nuufi ilmaani teennafi hori keenna kara nagaya qajeelchu.


Atini aada Waaqatifi seera Waaqaa barsiisi, ammalle aka gula deemani barsiisi.


abba Rebeka. Worri kuni saddeetanu nama Milkaani, oboleesa Abrahamu, ka Nahori jed'ani, d'alte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite