46 Isiini arifatte butte na dura qabde waan jette, Hod'i d'ugi, ammalle gaala keetile inkenna. Duuba anini bisaani d'uge, gaali kiyyaleeni d'eebu bahe.