43 Anini amma kuno, fulla eela jira. Hojja intalti dubraa bisaani woraabachu d'uftu, anini bisaani d'ugu butte tante keesaa naa kenni jed'aani.
Yo isiini bisaani naa kennite gaala kiyyale d'eebu baafte, intalti anini gurba aabbo Abrahamuti kad'ad'u ha tanuma taatu.