Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 24:42 - KITAABA WAAQA

42 Anini arra fulla eela d'ufe jennaani Waaqa yaamad'e waan jed'e, AABBO Waaqa, Waaqa abba kiyya Abrahamu, atini imaltu tiyya tana naa eebisi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 24:42
14 Referans Kwoze  

Amma kad'acha tiyyaafi ta hojattu tanteeti, ta si sodaatu, ch'aqasi, arra naa eebisi, hayyicha naa naasisi. Anini gaafasi nama hayyicha daad'iini gololchu.


hojja kad'ad'u ch'ufa isani qaabad'u imbeekha. Anini Waaqa kad'ad'a aka fed'i isaa gula inni na dandeesise, anini amma gara keesani d'ufu.


Ee AABBO Waaqa keenna, eeba tante nuu kenni waan nu tolchinu ch'ufa keesati nu eebisi!


AABBO Waaqaa ufi kenni, isaa d'aabad'u duuba inni si qarqaara.


Jennaani fulluma galaana Ahavati anini seera baase, aka nu ch'ufti ufi agabsine Waaqa kenna durati ufi diqeesine, inni nuufi ilmaani teennafi hori keenna kara nagaya qajeelchu.


Worri waan jed'e, Kornelio gudda askarti, nama d'uga, ka Waaqa d'ugefatu, ka gochiti Yahudi ch'ufti saadu, afaani malaika qulqullo tokotiini Waaqi gorse, aka inni mana isati si yaame dubbi tante d'agayu.


Nami sunini aka AABBO Waaqi Yusufu woliini jiru, yokhaani aka waan inni tolche ch'ufa keesati kayo kenneefi, arge.


waan jed'eeni, Kooti, haga mana keenna woliini nu yaasi. Atini nama AABBO Waaqi eebiseefi. Maafi ala ejita? Mani kiyya fulla atini bultu inqaba, gaali keetileeni fulla bulti inqaba.


Dira suni geennaani gaala fulla eelati oromachiise. Hojaani sunii galgala, fulla nad'eeni bisaani woraabachu d'at'u.


waan jed'e, Maqa AABBO Waaqa, Waaqa abba kiyya Abrahamu, ha faarsani, ka kakhu abba kiyya guute. AABBO Waaqi yayu worra fiit'a abba kiyyati na qajeelche.


Isiini laanuma garaa isi keesati Waaqa kad'achu jirti; hid'i isi ta chochootu male waan isiini jettu woma ind'agaani. Tanaafi Elini waan isiini farso d'udde machofte sehe.


Namichi hojattu kaani waan jed'eeni, Eegi, dira kana keesa nama Waaqa tokoti, ka nami guddo d'ugeefatu ka dubbini isaa ch'ufti d'ugooftu jira gara isaa nu yaasi, hegeri inni dandae fulla harreeni tunini jirtu nuti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite