Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 24:33 - KITAABA WAAQA

33 Sagaleeni worraa d'umnaani namichi waan jed'e, Anini sagale tana inyaad'u, haga waan jechu male jed'uuti. Labaniini waan jed'eeni, Jed'i, waan jechu feetu.

Gade chapit la Kopi




Uumama 24:33
11 Referans Kwoze  

Tisseleeni abbooti ufi ta Kristiana intufatiini maro worri oboleyaantifi. Ammo ha aka dansa hojattufi, wonti akanatiifi hujiini worraa, abbooti worraa ta d'ugefate ta worra jaalatu suni wo baati. Waan kana nama barsiisi, odeesi.


ammo nami bisaani anini kennu d'ugu haga jiru jireennale deebie ind'eebotu. Wonti akanatiifi bisaani anini kennu suni isa keesa maddani burqa tahani, haga jiru jireennale deebie ind'eebotu.


Waan hojattu ch'ufati jabaad'i, wonti akanatiifi fulla dua ta worra gadi, ta atini iti deemtu, huji, herega, beekha, yokhaani qaroomileeni tokoleeni injiru.


Nama huji dansa tolchu na garsiisi, duuba aninileeni nama nama ch'ufa ira dansa, ka hayyule hojatu, si garsiisa.


Anini hojja ch'ufa seera isaa guute, fed'i tiyya lakise ta isaa tolcha.


Duuba namichi mana keesa seene, ammo Labaniini alati hafe gaala hiikhe okhayafi sagale d'ibi kenneefi. Ammalle namichi bisaani worri miila d'iqatu fuud'e, hojattu Abrahamutiifi wahela isaati kenne.


Jennaani namichi dubbi taani fuud'e waan jed'e, Anini hojattu Abrahamuu.


Duuba inni worra mana ufiti galche, harre worraa nyaachise, bisaani worri miila diqatule kenneefi, sagalele woliini sooratani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite