21 Namichi kaani ch'allise eje intala ilaale, aka aka Waaqi huji isaa eebisu argu.
Nami qarooni ha waan kana herege, jaalala AABBO Waaqa ta ind'umanne hubatuti.
Inni Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, Waaqa abba kiyya Abrahamuu, arra naa eebisi, abba kiyya Abrahamuu nahi.
Jennaani inni worra woliini deebie, Nazaretiti gale, worra saalfate. Haati isaa dubbi suni ch'ufa garaa keesa keyatte.
Ammo Mariamuni dubbi suni garaa ufi keesa keyatte heredde.
Worri AABBO Waaqa maro jaalala isaa ta ind'umanneetiifi waan mama ka inni worraa tolchele galata deebisuu male.
Worri AABBO Waaqa maro jaalala isaa ta ind'umanneetiifi waan mama ka inni worra tolchele galata deebisuu male.
AABBO Waaqa galata deebisa maro inni dansatiifi: jaalalti isaa haguma jirtu ind'umatu!
Ammo inni waan jed'e, Armati na intursina. AABBO Waaqi yayu imaltu tiyya eebise; amma ingala, nati eebisa.
Arifatte bisaani naanigati nat'e, ammalle eela gabuute bisaani gaalaa woraabde, gaali ch'ufti d'uge d'eebu bahe.
waan jed'e, Maqa AABBO Waaqa, Waaqa abba kiyya Abrahamu, ha faarsani, ka kakhu abba kiyya guute. AABBO Waaqi yayu worra fiit'a abba kiyyati na qajeelche.