Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 24:17 - KITAABA WAAQA

17 Namichi hojattu Abrahamuu kaani fuula ke d'ufe waan jed'eeni, Bisaani anini d'ugu butte tante keesaa naa kenni.

Gade chapit la Kopi




Uumama 24:17
10 Referans Kwoze  

Niitiini Samaria toko bisaani woraabachu d'umnaani Yesoni, Bisaani na obaasi jed'eeni.


nama d'eebu qabu ka isaniini bahu ch'ufa bisaani obaasa. Isani worri lafa Temaleni, nama baqate isaniini bahe sagale kennaafi.


Duuba Eliyaani Sareptati iti d'aabate, fullo dira suniitini bahe jennaani niiti hiyyeeti toko, ta qoraani ch'absatuni bahe, waan jed'eeni, Bisaani anini d'ugu naa kenni.


Niitiini Samaria suni waan isaani jette, Atini gosa Yahuditi; anini niiti gosa Samariati; atini akami jette bisaani na kad'atta? (Wonti isiini akasi jetteefi Yahudiini gosa Samariatiini wolimbeetu.)


Worri deebie beelae ind'eebootu. Aduufi owi lafa alooleeni worra woma intolchu. Wonti akanatiifi nama worraa nahuti worraani deeme madda bisaaniti geesa.


Guyya maneeni jajabdu nyaapa keesani ch'ach'absani worra suni hobaasani, lagi gaareenifi kubilele ch'ufa ufuma dibbise iraa yaa.


Ato anini garaa kiyya keesa tae Waaqa kad'achu jiru, Rebekaani ta butte dudda ira qabdu eela d'ufte bisaani woraabatte. Waan anini jed'eeni, Bisaani na obaasi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite