Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 24:13 - KITAABA WAAQA

13 Anini fulla eela ta dubriti dira kana d'ufte bisaani woraabattuufi jira.

Gade chapit la Kopi




Uumama 24:13
10 Referans Kwoze  

Anini amma kuno, fulla eela jira. Hojja intalti dubraa bisaani woraabachu d'uftu, anini bisaani d'ugu butte tante keesaa naa kenni jed'aani.


AABBO Waaqaa ufi kenni, isaa d'aabad'u duuba inni si qarqaara.


Niitiini Samaria toko bisaani woraabachu d'umnaani Yesoni, Bisaani na obaasi jed'eeni.


Waan tolchitu ch'ufa keesa AABBO Waaqa qaabad'u, duuba inni kara si qajeelcha.


Me ch'aqasa! Gumi eelati baafattu, ta yaamu yaamsitu, dabsacha AABBO Waaqa odeesite, dabsacha worra Israeli himtu! Duuba gumiini AABBO fullo worrati yaate.


Jennaani dubarti qaallu Midiani torba eela suni d'ufte bisaani keesa toote naanigati nat'e ree obaafte.


Dira suni geennaani gaala fulla eelati oromachiise. Hojaani sunii galgala, fulla nad'eeni bisaani woraabachu d'at'u.


Yo isiini d'ufte, anini tokooni, Butte lafa keeyad'i, bisaani naa obaasi jed'aani. Yo isiini, D'ugi, gaala keetile bisaani inkenna naani jette, isiini niiti atini hojattu tante Isaaqo fohate ha taatu. Yo wonti kuni taate, anini aka atini kakhu sifi Abrahamu jiddu jirtu jabeesitu beekha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite