10 Efroniini hojja suni fullo dira suni keesa, fulla kora, worra Hiti d'ibi woliini tau jira.
Worri lafa suni ch'ufti dubbi Hamoritiifi gurba isaa gula gale, nama worra ka d'iira ch'ufa qabanqaba qabani.
Hamorifi ilmi isaa Shekemuuni fulla fullo dira suni d'aqani waan biyyaani jed'ani,
Oobruuni suni ta Abrahamu taate fuula worra Hiti ka kora d'ufe ch'ufa durati.
Yesoni hobolo keesa seene galaana taake, dira lafa ufi d'aqe.
Inni nama dubbi qoru qajeelche d'uga garsiisa; ammalle worra balbala fullo diraa qorqoratule jabeenna tahafi.
yo anini kora jaarolee dira d'aqe keesa tae,
Namichi hojattu Abrahamuu kaani gaala Abrahamuu kud'ani fud'ate, lafa Mesopotamia, dira duri Nahoriini keesa tau d'aqe.
Goda qota oobru tante keesa jiru Abrahamu gurguri jed'aani. Armumati gati isaa narati gaafad'a, aka godi suni fulla anini worra kiyya iti awaalu naa tahu.
Nama ch'ufafi jaaroleeni fullo dura teteetu waan jette, Nuuni ch'ufti d'uga teeti. AABBO Waaqi niiti ati fuutu tana aka Rahelitiifi Lea, ta ijoolle heddu Yakoboo d'alte, sii tolche sii daraarsinna. Balbala Efrati keesati hori buli, Bethlehemu keesaleti ha si beekhaniti.