13 Abrahamuuni ufira millate elemo gaafi raasa keesati rakate eju, arge, deeme elemo suni fuud'e fulla sila much'a isaa qalu taani sorio baase.
Ilaalachaani namati d'uftu woma qara lafa jiraati. Ammo Waaqi kakhu ufi jabeesa. Inni ilaalacha isani ira hafu indandeenne isaniti inllakisu. Ammo hojja isani ilaalatani, inni jabeenna isani obsitani keesaa batani isanii kenna.
Hojja mirgaafi bita kara iraa gortani, qonqo isani duubaa dubbatu, ta karaani kana, gula deema, jettu d'ageetani.
Abrahamuuni waan jed'eeni, Womaniti, Waaqumati nuu kenna, kooti. Duuba worri lachu wolumaani iti d'aabate.
Isiini waan jetteeni, Woma tokole much'a intolchini, aka atini Waaqa sodaatu ya arge, waan atini much'a kanke tokocha na ind'owiiniifi.
Maqaani Abrahamuuni fulla suni baase: AABBO Waaqi wa namaa kenna. Haga arrale maqaani lafa suni gaara Waaqi irati wa namaa kenna jed'ani.