Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 21:2 - KITAABA WAAQA

2 isiini garaachoofte jaaruma isaa keesa Abrahamuu ilma d'alte. Guyyuma Waaqi Ind'alata jed'e, ilmi suni d'alate.

Gade chapit la Kopi




Uumama 21:2
12 Referans Kwoze  

D'ugefachati Abrahamu ijoolle kenne, ato inni guddo jaare, niitiini isaa maseena taatele. Inni aka Waaqi kakhu ufi inch'absine ind'ugefate.


Abrahamuni ilmaani lama qaba jed'a, toko niiti tisseti d'aleefi, kaani niiti balchaati d'ale.


Duuba Waaqi aada wold'aqisa ta qabanqaba Abrahamuti kenne. Tanaafi eegi torbaani toko Abrahamuuni Isaaqo qabanqaba qabe; Isaaqoni Yakobo qabanqaba qabe, Yakoboleeni ilmaani isaa kud'ani lamaani qabanqaba qabe, ta gochiti teenna iraa horte.


Me ilaali Elisabetini fiit'ani tante ta qara ya maseente jed'ani yayu eegi, jaarte ilma d'iira garaachoofte; kunini jia isii ka jaeesooti.


D'uguma wonti AABBO Waaqati jabaata injirti? Akuma qara anini siini jed'e, Anini jia sagali tae, yo ani deebie, Saraani ilma qabdi.


Worra suni nami toko waan jed'eeni, Anini jia sagali tae deebia, gaafa anini gadeebiu, niitiini tante Saraani ilma qabdi. Saraani balbala waaro keesa isa duuba ejite ch'aqasu jirti.


Ammo Waaqi waan jed'eeni, Hiyo, intaatu. Niitiini tante Saraani ilma sii d'alti, atini maqa Isaaqo baasiifi. Anini isaafi ilmaani isaale wold'aqisa haga jiru jireenna woliini tolfad'a.


Ammo anini wold'aqisa kiyya ka ilma kanke Isaaqo woliini tolfad'u, ka Saraani mara woga tana sii d'altu, injabeesa.


Waaqi akana kakhate, Yo hojjaani geete anini gadeebie Saraani ilma d'alti.


Jennaani anini Abrahamu ababo keesani lafa galaana Frati gamaati fuud'e, dura deeme lafa Kanaanitini d'ufe ilmaani heddu kenneefi. Anini Isaaqo isaa kenne,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite