19 Waaqi ila isii bane, eela bisaani qabu agarte. Gorjo bisaani guutate much'a d'eebu baafte.
Jennaani AABBO Waaqi ila Balamu bane, inni malaika goraade harkaa qabdu, ta kara keesa ejitu arge, duuba Balamuni gajed'e isa durati jige.
Malaikaani AABBO Waaqaa Hajiri, ta maddo lafa aloo d'aatu kara Shuri teetu, iti d'ufte
Waan kanafi eela jiddu Kadeshifi Beredi, Eela Waaqa jiru, ka na argu, jed'ani yaamani.