Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 20:9 - KITAABA WAAQA

9 Duuba Abimelekiini Abrahamu yaame waan jed'eeni, Atini maal nu tolchite? Wonti hamtuuni anini si tolche ka atini sila naafi lafa tiyyale balleesitufi maani? Nami waan atini na tolchite kana taka nama tolchu injiru.

Gade chapit la Kopi




Uumama 20:9
20 Referans Kwoze  

Jennaani hayyuuni Abramu yaame wa gaafate waan jed'eeni, Atini maani na tolchite? Maafi aka isiini niiti tanteeti nati inhimini?


Mana kana keesa naafi inni qit'e. Sii, niiti isaa male, inni waan mana kana keesa jira tokole na ind'owine. Anini duuba akami dandae waan hamtu akana kana tolche Waaqa durati ch'ubbama?


Jennaani Abimelekiini waan jed'e, Atini maafa akana nu tolchite? Jara kiyya keesa nami toko sila ya niiti teetiini rafe wollaala keesa nu buuse.


Nami ch'ufti fuud'a ulfeesu male, d'iirsafi niitiini wollakisani gara d'ibi yau himmalle. Waaqi worra waan hamtu tolchuufi algala wollaala iti mura.


Sila worra dubbachu d'owu malani; wonti akanatiifi waan barsiisu himmalini barsiisani, akanaani ollowaani heddu balleesu jirani, aka hori argatani.


Wonti akanatiifi Waaqi nama gargari imfiilu.


Nami nama d'ugaa qajeela sobe waan hamtu keesa buusu, ufumaa boola keesa ufi buusa, ammo nami ch'ubbu inqamne takaa tana waan dansa d'aala.


Isiini waan jetteeni, Aadda, gadi na lakisi, waan hamtu akana kana irreeni na intolchini! Wonti akana kunini nuu aadaniti, Israeli keesati tahu himmalle.


Daudini aka male namicha dureesa kaaniti dallane waan jed'e, Anini maqa AABBO Waaqatini kakhad'a, aka nami waan akana tahe duu male!


Yoshuani waan jed'eeni, Atini maanifi gaargala kana ch'ufaani nuti d'ufte! Duuba worri Israeli ch'ufti isa d'akhaani had'e ijeese worra isaatiifi waan inni qabu ch'ufa ibidaani gube.


Hojja nami niiti nama d'ibi barate, isaafi sunile ha ijeesani.


Duuba AABBO Waaqi d'ukuba biyyati buuse, wonti akanatiifi worrati Haruni korma worqi irreeni mid'aasise.


Waan inni Harunini jed'e, Worri kunini maani si tolcheefi ch'ubbu akana hamtu tana keesa buufte?


Eegi jii sadi dabre, nami toko waan Yudaani jed'e, Intalti tante Tamariini ya sharmut'a taate garaachoofte. Yudaani waan jed'e, Gabaasa, guba yoosi.


Ijoolleeni Yakobo ala galte waan hammaate d'ageennaani aka hama rifatte guddo dallante, waan Shekemuuni intala worra buufate gosa Israeli miid'eefi.


Boriyya diirama Abimelekiini hojattu isaa ch'ufa wolti yaame waan tahe iti hime, jennaani ch'ufti naasuuni hobaate.


Atini maafi akasi taate?


Yo Yakobooni lafti bariinaani ufi bira millate, kuno, Leani d'aatu ch'iifti. Inni lafaa ch'ee gara Labani d'aqe waan jed'eeni, Wonti atini akana na tolchiteefi maani? Anini Raheli jed'e hojad'e, ati maafi akana na sobde?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite