AABBO Waaqi yayu si wotolchu na d'owe ammo maqa Waaqa jiru ka Israelitini kakhad'a ato atini sila arifate fuula keesa na d'ufu baate, nami d'iira ka Nabali ch'ufa bori diirama lafti iti imbariitu.
Mana kana keesa naafi inni qit'e. Sii, niiti isaa male, inni waan mana kana keesa jira tokole na ind'owine. Anini duuba akami dandae waan hamtu akana kana tolche Waaqa durati ch'ubbama?