Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 2:23 - KITAABA WAAQA

23 Jennaani namichi waan jed'e, Eegi ufi jibbaad'e, lafe lafe tiyya keesaa baate, yokhaani fooni fooni kiyya keesaa bahe ya argad'e; uwa isiini jed'ani, waan isiini d'iira keesaa baateefi.

Gade chapit la Kopi




Uumama 2:23
6 Referans Kwoze  

Jennaani gochiti Israeli ch'ufti Hebroniti Dauditi d'ufte waan jetteeni, Nu foonifi d'iiga taka.


Waan isani worra Shekemutiini jettani, Akamiti ira isanii jira yo, ilmaani Gideoni torbatamanu isani mohatte mo, yoyu nami toko ch'allaani isani mohate? Qaabad'a, anini foonuma keesani.


Labaniini waan jed'eeni, D'uguma nu worra, ammalle fooni taka. Duuba Yakobooni haga bulti sodoma worra isaa tae.


Ammalle Daudini waan worraani jed'e, Waan isani Amasaani jettani, Atini fiit'a tiyya, armaa achi anini gudda askarti tiyya si tolcha fulla Yoabu. Yo anini iraa oole, Waaqi na ijeesinna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite