Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 2:21 - KITAABA WAAQA

21 Jennaani AABBO Waaqi aka jaba isa rafise, duuba ato inni rafu, ch'inaacha isaa toko keesaa fuud'e, fulla suni akuma duriti deebise.

Gade chapit la Kopi




Uumama 2:21
7 Referans Kwoze  

Aduuni d'iu geennaani hiribi guddaani Abramu qabate, hiriba suni keesa inni guddo nahe rifate.


Qonqooni suni aka oobju nati d'ufte, hiriba na d'owarte.


Jennaani Daudini woraanafi sorora bisaani, ka d'aatu mata Saulo jiru, fuud'e isaafi Abishaini kaani iti d'aabatani. Nami tokoleeni ka worra arge yokhaani ka waan worri tolche beekhu injiru, nami tokoleeni ka damaqe injiru. Worri ch'ufti aka male rafu jira, waan AABBO Waaqi hiriba gudda worra ch'ufati buusefi.


Ato inni tae nani dubbatu, anini gagabe lafa d'ae. Ammo inni oli na qabe.


Halkani hojja nami rafu Waaqi oobjufi daayya keesa namaani dubbata.


Yo huji hojachu baate ufiraa rafte, ufuma beelaani ufi geeta.


wonti akanatiifi d'iira nad'eeni ira inuumne ammo nad'eeni d'iira ira uumani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite