19 Duuba inni biyye lafaa fuud'e bineensafi simpirre gosa ch'ufa mid'aase namichatiini d'ufe, aka maqa inni baasufi laalu; tana gula bineensi ch'ufti maqa argate.
eebiseefi waan jed'eeni, Ilmaani hora, lafa guuta fida, ammalle qurt'umi baariinitifi waan gubbaa barisatiifi waan lubbu qaba ka deemu ch'ufa mohad'a.
Bineensi ch'uftinu, simpirre taanaani, qurt'umi taanaani, bineensa garaani lafa ira lohu taanaani ch'ufti harka kanke ke jira, si sodaata.
Simpirre gosa ch'ufatiifi bineensa garaani lafa ira lohufi ka illoonnele, ka gosa ch'ufa lama lamaani siti gad'ufani, aka dua d'owartu.