Uumama 19:9 - KITAABA WAAQA9 Ammo worri waan jed'eeni, Nu duraa gori, ati qaraa eenu ka waan nu taanu nuti himtu? Ati qara keessuma. Nu duraa gori, atini ta worraati dubbatta, siiyu waan hagasi ira hamtu si tolchina. Lutu darbani kara keesaa gorsani, balbala ch'absaa iti kaani. Gade chapit la |