27 Boriyya diirama Abrahamuuni kae fulla inni Waaqa iti arge taani d'aqe.
Anini doofi tiyya kore waan AABBO Waaqi, Biyyati himi naani jed'u, yokhaani aka inni quufa d'aba anini iti himad'e kaani qonqo isaa na deebisu iraa eegad'a.
Atini ganama qonqo tiyya d'ageeta; hojja biiftuuni baatu anini si kad'ad'e qonqo sira eegad'a.
Maro waan kanatifi nu dubbi d'ageenne tana jabeesu male, aka iraa ingorre.
Inni gara lafa Sodomafi Gomoratiifi bale lafa suni ch'ufa millate jennaani aara gudda lafa suni keesaa kau, ka aka aara boola ibida keesaa bahu fakaatu, arge.