Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Uumama 19:15 - KITAABA WAAQA

15 Lafti bariinaani malaikaani Waaqa waan Lutuuni jette, Hurrisi, niiti teetifi dubra tante lamaani fud'ad'i, arma keesaa bahi, aka isani lubbu teesani ind'amne, yo dira kana balleesani.

Gade chapit la Kopi




Uumama 19:15
11 Referans Kwoze  

Jennaani anini qonqo d'ibi ta gubba baate akani jettu d'agaye: Koota, nama kiyya! Isi biraa koota! Ch'ubbu isii keesa inseeniina, gaargala isii inqoodatiina!


Waan Waaqi jed'e ch'aqasa: Anini hojja jed'e si ch'aqase, guyya baafama si qarqaare. Ch'aqasa! Hojjaani fed'i Waaqa barbaadattani tana, guyyaani baafama kana!


Arifad'i, utaali! Haga atini achi geetuuti anini waan tokole intolchu. Waan Lutuuni diqa jed'eefi, dira suni maqa Zoari baasanifi.


Malaikaani Waaqa toko waan jette, Oria, lubbu teesani baasa! Ufi duuba imillatiina, ammalle bale keesati inejatina; gaarati baqad'a, aka lubbuuni baatani.


Jennaani Lutuuni fulla soddowaani isaa d'aqe waan jed'eeni, Hurrisa, arma keesaa baha; AABBO Waaqi lafa tana balleesu fed'a. Ammo worri waanuma inni tabatu sehe.


Lutuuni waan tahu wollaale ufumaa ejinaani AABBO Waaqi naheefi, isaafi niiti isaatiifi dubra isaa lamaani harka qabe fuud'e lafa Sodoma keesaa baase.


Inni maro dabaafi ch'ubbu worraatifi worra gaargalche balleesa; AABBO Waaqi keenna lafa ira worra balleesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite